Academic, Tactical, Leadership & Security Excellence
+251222122568 +251228992257 Posta 552, Adama, Oromia, Ethiopia

Baga Guyyaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waggaa 119ffaan geessan geenye!

Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa waggaa 119ffaa kabajamaa jira.

Adaamaa, Onkololeessaa 15, 2019(KPO)
Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa waggaa 119ffaa kabajamaa jira. Raayyaa Ittisa Biyyaa Gaachana Birmadummaati.
Guyyaan Hundeeffama Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa waggaa 119ffaan mata duree "Raayyaa Injifannoo" jedhuun sirnoota garagaraan kabajamaa jira.

Category: News

← All posts